Find the Videos, Producers, & Vloggers You Want Faster
Hachaaluun Wellisaa Oromoo saba isaa biratti jaallatamaa fi Kabajamaa dha. Wellisaan kun Album isaa jalqabaatin fudhatama guddaa kan argate yoo ta'u ammas album haarayaan uummata isaatti gadi bahuuf akka waan mara xumurate dubbata. dhaamsa Wellisaa kaanaa keessa "Nuti Wellistoonni Oromoo Ummatuma keenya qabna, Uumatni keenyas numa qaba".
Artistoonni Oromoo Hagabuu bulanii, artii, afaaniif aadaa saba isaanii guddisuuf jecha.....
Guyyaan Gootota Oromoo MN USA bara kanaa keessummaa kabajaa taate kan argamte, Gootittii j/ Urjii Dhaabaa miseensa WBO duraanii kan yeroo hedduuf dirree qabsoo irratti osoo falmaa irra jirtuu harka diinaa seenaa; jalaa bahaa deddeebi'uun qabsoo finiinsaa turte yeroo ammaa rasaasni mataa ishee keessa kan jiruu fi dararaan hangana hin jedhamne diinaan kan irra ga'e yoo taatu. ayyaanni kun haala ho'aan kan kabajame yoo ta'u, kan kana duraa irraa kan adda isa godhu, hawwaasni Oromoo irra guddan kan irratti argameefi akkasumas dhaaboleen Siyaasaa oromoo kan bakka adda addaa tti of waaman guyyaa kana bakka tokkotti walitti dhufuu haala ho'aan kabajatanii oolan.
New Oromo music video , the best African hit from South Oromiyaa, weedduun kun Oromoota Kibba Oromiyaa fi kaaba Keeniyaa keesssatti argaman aadaa Oromoo Gabraa yoo ta'u, walleen kunis kan inni wallifamu dardaraa fi shamara lama gidduutti jedhu.
Diraama Gabaabaa, Afaan Oromoo Artistoota bebbeekamoon dalagame, diraamaan kun haala kaleessas ta'e hara'a keessa jiru kan yaadachiisu yoo ta'u, Kan biyya keessa jiru akkanaan rakkoof bal'oo isaa ibsachaa jira.
Walaloo Oromoo guyyaa gootota Ooromiyaa ilaalchisee miseensota WBO dirree falmaa irra jiraniin qophaa'e.
Joorj Abbuu Wallistoota haarayaa Oromiyaan guddisaa jirtu keessa tokko yoo ta'u, Album ganna lama dura " Hiddi keenya hin citu" jedhuun kan beekamu dha. Yeroo ammaa album haarayaa kan hojjechaa jiru yoo ta'u dalagaa isaa fuulduraaf bahuuf deeman keessaas kana video n gad lakkisee jira. Video qulqullina qabu hanga nu ga'utti wallisaa keenyan jabaadhu haa jennu.
Elemoon Wellestoota Oromoo hangafoota jedhaman keessa isa tokko yoo ta'u, Shoora inni artii Oromoo keessatti qabu bakka guuddaatu kennamaaf. Elemoon wallee isaa keessatti, weedduu aadaa, ammayyaa, kan warraqsaaf jaalalaa gumaachuun yeroo dheeraaf kan bekkamu dha.
Gootichi Oromo Maammoo Mazamir ilma qabaachuu isaa ni beektuu?
Dachaasa Maammo Mazamir.
Dinkuun; hayyuu Oromoo hiyyeessa, barataa oromoo akksumas Oromoota sabboonoo ta'an cina dhaabbachuun gargaaru dha.
Jaarraa Abbaa Gadaa: Waan qe'ee bal'oo fi biyya Abbaa Isaa itti dhiisee, qabsoo sabaaf jecha manaa ba'ee, hanga mirgi Oromoo guutumma guututti kabajamtutti Kaayyoo manaa itti baheef osoo hin cabsin kunoo har'a abjuu Isaa osoo ijaan Hin argin boqote. Silas qabsawaan of dabarsee, lubbuu Isaa wareegee dhaloonni itti aanu akka irraa dhandhamatuuf mitiiree?
R.I.P
This music instrument is one of the cultural instrument, that makes them unique the way they play. Ulullee kana akka fedhanitti tapachuu danda'u.
Nuhoon wellisaa hangaftoota Oromoo kessa isa tokko, akkasumas wellisaa warraaqsaa yeroo dheeraa hamma dirree qabsootti deemee WBO jajjabeessaa ture dha.yeroo amma dhibamee nama gargaarsa Oromoota irraa fedhu dha.
Filmii A. Oromo kan Seenaa cabinsa biyya Oromo, saba Oromo, akkasumas hawwaasummaa saba keenyaa fi ka biroo calaqisiisu of keessatti hammate.
The best Oromo movie must be watched, Seenaa, qabsoo, jaalala, hawwaasummaa, fi ka biroo.
The best Oromo movie must be watched, Seenaa, qabsoo, jaalala, hawwaasummaa, fi ka biroo.
Jala bultii guyyaa WBO amajjii 2013, Hawwisoo WBO: Saaladdin Yusuuf
Seenaa sammuu nama surursu..
Irreecha Arsadee deemee, bareeddu tokko argee, itti siqee ati Eenyu jedhee gaafate...ye Oromo lij jette kokkoflaa...
Lets go for the great nation of ilma Orma, home of Gadaa system,the land of sh/ Bakri Saphaloo, Elemo Qilxuu, Abba Gammachis(Hiikaa), Waaqoo guutu, Taddasa Birruu, Abishe Gerbaa, warqituu of Yejjuu,and the Rayyaa's
Oromiyaa tiyyaa!
GUYYAA WBO 2013Jala Bultii Amajjii 1 bara 2013 guyyaa WBOF kan weellifame, qabsaawaa Saalaaddiin Yusuuf miseensa Hawwisoo WBO..
"Maattin barii ka'ee, gaafatamaa tattaafatuuf hin qabne
yeroo hunda ni beela'a;
Biyyi goota lubbuu isaa isaaf kennu hin qabne
yeroo hunda gabra".
Gammachuu Ayyaanaa
"This We dedicate to the extremist Ethiopian elites who want to pull the nation back to the old crapy times" የሰሞኑ አንድነት
Irreechi ilmaan Oromo golee Adunyaa mara jiranin ayyaaneffatame, akkasumas ayyanefatamaa jira.
Irreechi ilmaan Oromo golee Adunyaa mara jiranin ayyaaneffatame, akkasumas ayyanefatamaa jira.
Abba Liban Dabbasan, Nama mana barumsa Argaa dhageettii Oromoo, naarobii Kenya keessaatti barsiisuun beekumsaa Uumamaan badhaafame dha
Assefa T. Dibaba is PhD Student , Folklore / Anthropology, Indiana University,
"Oromo resistance narrative- how it informs the contemporary Oromo resistance struggle".
Kurfii Guyyaa Eebbisaa Addunyaa itti wareegame ilaalchisee qophii gabaabduu, Hagayya 30 yaadachuuf qophoofte.
Assefa T. Dibaba is PhD Student , Folklore / Anthropology, Indiana University,
"Oromo resistance narrative- how it informs the contemporary Oromo resistance struggle".
Caayaa Utubaa ABO Minnesota:Haawwan fi dubartoonni naannoo Minnesota tti argaman wal gurmeessuun yeroo yerootti qabeenyaa, beekumsaa fi dandeettii isaaniin qabsoo ABO tiin hogganamuf gumaachan waan Hagana Hin jedhamne dha
Ammas Diraama gabaabduu ergaa qabdu kana nuuf dhaamanii jiru!
Tirunesh Dibaba of Oromiyaa defended her 10K Olympic title by clinching the first track gold of the London Olympics on Friday, August 3, 2012 with a time of 30:20.75, the season-best of the year.
"It's to be remembered that Dibaba became the first woman ever to win both the 10K and 5K titles at the same Olympics at the Beijing Olympic Games four years ago. At the Beijing Olympics in 2008, she clocked 29:54.66 in 10K, which became the second fastest 10K time in history, and the 10K Olympic record."
Taken from Gadaa.com.
Ilmi namaa kamuu, yoo dalage malee, jiraachuun laafaa akka Hin taane, akkasuma addunyaa kana irratti biyyootni bilisooman, qabsaawanii, lolanii, haarsaa kana hin jedhamne kafaluun bilisummaa isaanii harkaan gayatan....
Kanaafuu Hardhas taa'anii hawwuuf harka Nama biroo irraa Waa eeguun nun baasu....bilisummaan dhiigaan dhufti!
Yeroon amma keessa jirru hedduu murteessaa dha, yeroo itti taa'anii marihatan osoo Hin taane bifa kamiinuu wal gurmeessuun dukkana bara dheeraaf nurra ture of irraa maayyi itti keennuf qabsoo finiinsinu dha!
Find the Videos, Producers, & Vloggers You Want Faster